Monday 28 November 2016

Oromoo fi oromiyaa

Seenaa goota oromoo #obsi ulee hayyuu Amiinaa irraa.  #Mula'ataa Dirree# #/Hussein #Abubakar #Ganamoo hoo Bekituu Laataa oromoo tenaa Raabini Janatani isa haa QananisuuBooda baruumsatti deebi'ee garuu mootummaani Dargii duula fi waani garagraani akkuma ijoollee oromo rakkisee jennaani Djibouti, Jirani imalee erga deebi'e booda Hargessa deemuuni ABO 1989 itti makame Eritrea fi Somale keessatti leenjii loltummaa fudhateeni gootolee ABOn dirree lolatti horte keessa gale dhiibbaa gartuu ABO keessa ture hedduu irra kutuuni Cibraa Woraanaa Mul'ataa Dirree jedhamu bara charter 1991 -1992 Hararge bayaatti WoyyaneeTigray hirriba dhoorgaa turuu jaallani isaa ni dubbatu haala kanaani shira adda addaa itti xaxuuni rakkisaa turani qabsotti cichee hafuuni gaafatamaa bobbaa  Woraanaa Zoonii baatuu tahee otoo lolchiisa jiru 1996 dhumarratti dirree sheik Husseini itti yeroo inni du'u gartuuni mataa waraana shanee ammaa Tigre harka kennani.